skip to content
Primary navigation

Gara dhiheessaa LNL tti dhufuu

Dhiheessitoota Seera qabeeyyii Garuu Eyyama hin qabne Sagantaa Deggersa Kunuunsa Daa’imaa

Kunuunsitoonni Maatii, Hiriyyaa fi Ollaa (FFN) adaadottan, eessumman, akaakoo, hiriyyoota dhihoo maatii fi ollaa kanneen kunuunsa daa’immanii dhiheessanidha. Yeroo hedduu akka hiriyyaa daa’immaniitti malee akka dhiheessitoota kunuunsa daa’imaatti of hin ilaalan. Inumaayyuu, akka eegduu daa’imaa ykn hiriyyaa dhihootti of ilaalu. Kunuunsitoonni kunniin daa’imman deggersa kunuunsa daa’imaa keessa jiru yoo kunuunsan, Sagantaa Deggersa Kunuunsa Daa’imaa irraa kaffaltii fudhachuuf akka dhiheessaa seera qabeessaa fi eyyama hin qabnee(LNL) tti galmaa’uu danda’u.

child-care-wayfinder-logoWaa’ee ogeessa kunuunsa daa’imaa eyyama qabu ta’uu beekuuf, LNL dabalatee, kunuunsa daa’imaa maatii fi wiirtuu kunuunsa daa’imaa, karaa Child Care Wayfinder dabalataan baradhu. Weyfaayinderiin neetwoorkii abuurraa hunda galeessa sagantaalee kunuunsa daa’imaa jalqabuu fi guddisuuf gargaarudha. Akka milkooftaniif jecha deggersaa fi leecalloo dhuunfummaa qabu dhiheessu.

Dabalataan Baradhu

back to top