Kaffaltii dhuunfaa fi uummataa
Af Soomaali | English | Español
Kaffaltiin ummataa maali?
Seera immigireeshinii keessatti, “kaffaltiin ummataa” godaantota murtaa’oo sagantaalee faayidaa mootummaa adda baafamanii fi haala immigireeshinii isaanii irratti dhiibbaa uumuu danda’an fayyadaman ibsa.
Gaaffii ykn yaaddoo yoon qabaadhehoo?
DHS gaaffii yoo qabaattan abukaatoo waliin akka wal qunnamtan gorsa. Gorsi seeraa bilisaa fi iccitii ta’e afaan Ingiliffaa, Ispaanish, Afaan Somaalee fi afaanota birootiin ni argama:
Mid-Minnesota Legal Aid
800-292-4150
Southern Minnesota Regional Legal Services
651-222-5863
Akkasumas namoota galii xiqqaa qabaniif gargaarsa seeraa www.lawhelpmn.org/providers-and-clinics irraa argachuu dandeessu..